Yaada gaarii👍YEROO KUN!!!jedhamuun beekama➲️ Yeroon kun yeroo itti milkoofnudha!➲️Yeroon kun yeroo itti kakaasudha!➲ ️Yeroon kun yeroo itti yaadan!➲️Yeroon kun yeroo itti hojjennudha!➲️Yeroon kun yeroo itti michooma!➲ ️Yeroon kun yeroo itti fiixaan baasudha!➲ ️Yeroon kun yeroo itti itti gammadnudha!➲️Yeroon kun yeroo itti waaqeffatuudha!➲ Yeroon kun yeroo jaalalaa!➲️Yeroon kun yeroo itti dhimmamnudha!➲️Yeroon kun yeroo abjuudha!➲ ️Yeroon kun yeroo jireenya guddaa itti jiraannudha! 💬 jedhamtuSHARE GODHI. ↪️ join us

Oduu beekkumsa

✧ BEEKUMSI humna siif kenna. AMALLI GAARIIN garuu kabaja siif kenna. ◈ Amalli gaariin obsa qabaachuu si barsiisa.◈ Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.◈ Amalli gaariin gorsee si deebifata.◈ Amalli gaariin milkaa’ina biraan si gaha. ➠ Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima. Beekumsi qabaa barbaada. Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaanContinue reading “Oduu beekkumsa”

Design a site like this with WordPress.com
Get started