Author Archives: Ammarsharaf
Oduu beekkumsa
✧ BEEKUMSI humna siif kenna. AMALLI GAARIIN garuu kabaja siif kenna. ◈ Amalli gaariin obsa qabaachuu si barsiisa.◈ Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.◈ Amalli gaariin gorsee si deebifata.◈ Amalli gaariin milkaa’ina biraan si gaha. ➠ Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima. Beekumsi qabaa barbaada. Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaanContinue reading “Oduu beekkumsa”