Oduu beekkumsa

✧ BEEKUMSI humna siif kenna. AMALLI GAARIIN garuu kabaja siif kenna.

◈ Amalli gaariin obsa qabaachuu si barsiisa.
◈ Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.
◈ Amalli gaariin gorsee si deebifata.
◈ Amalli gaariin milkaa’ina biraan si gaha.

➠ Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima. Beekumsi qabaa barbaada. Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaan irraa maddu ta’a.

✧ BEEKUMSI humna siif kenna. AMALLI GAARIIN garuu kabaja siif kenna.

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started